‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

You are currently viewing ‎Chaayinaan konkolaataa balali’u addunyaaf isa jalqabaa ta’e oomishuu eegalte

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 25/2018

‎Chaayinaan konkolaataa balali’u isa jalqabaa ta’e warshaa kibba biyyattiitti argamutti oomishuu akka eegalte beeksisteetti.

‎Konkolaataan balali’u kun addunyaa irratti isa jalqabaa yoo ta’u “Konkolaataa Dhaloota Dhufuu” maqaa jedhu argateera.

‎Dhaabbatni konkolaataa elektrikaa oomishu XPENG jedhamu, konkolaataa balali’u XPENG AEROHT kana yaaliidhaaf oomishuu eegaluu isaa kan beeksise har’a yoo ta’u yeroo dhiyootti gabaatti dhiyeessuuf akka hojjatamaa jiru shiinuhaatu gabaase.

‎Malkaamuu Abbabaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply