AMN – Amajjii 10/2017
Mootummaan Darggonni fi Daa’immaan teekinoolojiin fi dijitalizeeshinii keessatti qooda fudhattota ijoo akka ta’aniif dirree dijitaalaayzeeshinii mijataa uumaa akka jiru Deetaan Ministiraa Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii Baay’isaa Badhaadhaa (Dr.) ibsaniiru.
Mootummaan ol-guddattota danddeettii addaa qaban leenjisuun imala teeknoolojii fi dijitaalaayizeeshinii Itoophiyaa keessatti qooda fudhattoota ijoo akka ta’aniif haala mijataa uumaa jiraachuu Deetaan Ministirichaa ibsuu issani TOIttu gabaase.