Sagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018 ‎Sagantaan cufiinsa kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa Itoophiyaa 20ffaan Sadarkaa Naannoo Amaaraatti Magaalaa Dabra Birhaanitti adeemsifamaa Jira. ‎Sagantaan cufinsaa Kunis mata duree "Waliigaltee Diimookiraasii Tokkummaa Sab-daneessaaf" jedhuun…

Continue ReadingSagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

Finfinneetti sagantaan aduu tokkoon carraa hojii Kuma 30 uumuu adeemsifamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 Biiroon Carraa Hojii fi Ogummaa Finfinnee sosochii aduu tokkoon dargaggoota kuma 30f carraa hojii dhaabbiin uumuu adeemsisaa jira. Saganticha irratti Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee…

Continue ReadingFinfinneetti sagantaan aduu tokkoon carraa hojii Kuma 30 uumuu adeemsifamaa jira

Garee Itoophiyaa U-17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10 kenname

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 Ministeerri Aadaafi Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa umrii 17 gadiif badhaasa Birrii miiliyoona 10 kenne. Garichi Waancaa Afrikaaf darbuu sababeeffachuun Ministeerichi sagantaa affeerraa irbaataa taasiseeraafi.…

Continue ReadingGaree Itoophiyaa U-17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10 kenname

Imaammatni Raashiyaa imala viizaa malee lammiilee Chaayinaaf heyyamu hojiirra oole

‎AMN PLUS-Sadaasa 23/2018 ‎Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutin, lammiileen Chaayinaa viizaa malee biyya isaanii akka seenaniif imaammata heyyamu kaleessa mallatteessaniiru. ‎Lammiileen Chaayinaa daawwannaaf gara Raashiyaa dhaqan guyyoota 30’f viizaa malee turuu…

Continue ReadingImaammatni Raashiyaa imala viizaa malee lammiilee Chaayinaaf heyyamu hojiirra oole