Hoggantootni dhaabbilee 7 hoggansa cimaa kennaniin badhaafaman
AMN PLUS- Mudde 12/2018 Dhaabbatni Badhaasa Giraand Afrikaa hoggantoota dhaabbilee invastimantii 7, hoggansa cimaa isaan kennaniif nadhaaseera. Sirni Badhaasaa "Giraand Afrikaa" 20ffaan Yaadannoo Injifannoo Adawaatti adeemsifameera. Hoggantootni kunneenis, Sheek Toofiq…