“Gooliiwwan koo 1,000 gahachuun barbaada” Kiristiyaanoo Ronaaldoo

AMN PLUS - Mudde 19/2018 Kiristiyaanoo Ronaaldoon badhaasa "Globe Soccer" irratti Taphataa Cimaa Baha Giddugaleessaa jedhamuun badhaafame. Al-Nasser waliin bara dorgommii mishaa kan dabarse Ronaaldoon kaleessa gooliiwwan lama lakkoofsisuun waliigalaan…

Continue Reading“Gooliiwwan koo 1,000 gahachuun barbaada” Kiristiyaanoo Ronaaldoo

Osmaan Dembelleen Taphataa Cimaa Addunyaa jedhamuun Badhaasa ‘Globe Soccer’ irratti badhaafame

AMN PLUS - Mudde 19/2018 Taphataan PSG Badhaasa Baalaandoor fi FIFA injifate Osmaan Dembellee Badhaasa 'Globe Soccer' irratti Taphataa Cimaa Addunyaa jedhamuun badhaafame. Morkataa Dembelee kan ta'e Lamiin Yaamaal badhaasa…

Continue ReadingOsmaan Dembelleen Taphataa Cimaa Addunyaa jedhamuun Badhaasa ‘Globe Soccer’ irratti badhaafame

Mala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 20/2018 Itoophiyaatti malli qonnaa ammayyaa bara 2010 as hojiirra oole damee qonnaa jijjiiraa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Waajjirichi "Mekaanaayizeeshiniin qonnaa, oomishtummaa guddisuun, bu'a-qabeessummaa dabaleera, akkasumas haala…

Continue ReadingMala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee