Iccitiin guddaan injifannoo Adawaa, tokkummaafi walooma- Kantiibaa Adaanech
AMN PLUS - Guraandhala 15/2018 Itoophiyaan seenaa kaleessa ture yaadachaafi kabajaa, har'a seenaa keewwachuuf misooma seenaa tahuu hojjechaa jirti jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanech kana kan…