AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017
Minsitirri Muummee FDRI Dooktar Abiyi Ahimad invastaroota akka Aliikoo Daangootee fi Toniyoo Elumeelu waliin mari’achuu ibsan.
Dooktar Abiyi gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Yaa’ii Gamtaa Afrikaa gaggeeffamaa jiruun cinaatti hoggantoota seektara dhunfaa waliin mari’achuutti gammadeera jedhan.
Invastaroonni kunneen guddina ardichaa tumsaa jiraachuu ibsaniiru.