Donaald Tiraampi Sirna Kakuu raawwachaa jiru

You are currently viewing Donaald Tiraampi Sirna Kakuu raawwachaa jiru

AMN – Amajjii 12/2017

Donaald J. Tiraampi, Pireezdaantii Ameerikaa 47ffaa ta’uun Marsaa lammffaaf kan filataman ammaan tana Sirna Kakuu raawwachaa jiraachuu isaanii beekkamee.

Sirnaa Kakuu kanarrattii Hoggantoonni biyyoota addunyaa adda addaa fi namoonni bebbeekamoon guyyaa kakuu Pireezdaantichaa irratti argamaniiru.

Yeroo kanattii miidiyaaleen idil addunyaa adda addaas kallattiidhaan sagantichaa tamsaasaa jiran.

+3

All reactions:

393393

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply