Fiilmiin “ABDII” jedhu Buraayyuutti eebbifame

You are currently viewing Fiilmiin “ABDII” jedhu Buraayyuutti eebbifame
  • Post category:Bashananaa

Filmichi taatota heedduu kan hirmaachiseefi fiilmi gochaa/Action filmii ta’uu barreessaan filmii kanaa Daani’eel Habtaamuu himeera.

Filmii kun waggoota lamaaf hojjetamaa kan turee ta’uu himuun guyyaa har’aa irraa eegalee bakkeewwan agarsiisa Naannoo Oromiyaatti deemuun akka agarsiisan ibseera.

Filmii kana bifaa haaraa kan jalqabame ta’uu isaan baasii guddaalle akka isaan gaafate kaaseera.

Olbaanaa Xomboraatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review