Finfinneen Hoogantoota Federaalaafi Naannolee irraa dhufaniif Muuxannoo hojiilee misoomaa qoodaa jirti

You are currently viewing Finfinneen Hoogantoota Federaalaafi Naannolee irraa dhufaniif Muuxannoo hojiilee misoomaa qoodaa jirti

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018

Hooggantoonni Olaanoo Paartii Badhaadhinaa leenjii hoggansaa fudhatan hojiilee Misooma Finfinnee daawwachaa jiru.

Hooggantoonni kunneen garee 4tti qoodamuun Daawwannaa kan eegalan yoo ta’u, garee 4ffaan Paarkii Irreechaa Hora Finfinnee kaa’uumsa godhateera.

Kana booda Misooma manneenii Finfinnee, Hojii qaal’insaa jireenyaa to’achuuf hojjetame, Misooma koriidariifi qarqara laggeenii, Godaambsaa saayinsii, Giddu gala Konveenshinii Addis ni daawwatamu jedhameera.

Geetaahun Katamaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply