Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsa guddichi bahame

You are currently viewing Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsa guddichi bahame

AMN PLUS Bitooteessa 24 2017

Guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 sababeeffachuun Godina shawaa Bahaa Magaalaa Adaamaatti hiriirri deeggarsaa bahameera.

Jiraattonni aanaalee Godinichaafi bulchiinsa magaalaa Adaamaa dhaadannoowwaan gara garaa qabatanii bahun Bitooteessa 24 kabajaa jiru.

Jiraattonni dhaadannoowwan Bitooteessi 24 firii eenyummaa walooti, kaleessaa fi har’aa, kaleessaa, har’a fi boru guddummaa Itoophiyaaf, gootummaa boqonnaa haaraa, birmaadummaa dingadee keenyaaf jedhu qabatanii bahun deeggarsa jiijjiramichaaf qaban agarsiisaa jiru.

Mangashaa Daargeetu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply