AMN- Sadaasa 29/2017
Guyyaan ayyaana Saboota, Sab-lammootaa fi Ummattoota 19ffaa bara kanaa haala ha’aa fi miidhagina qabuun kabajamee golabameera.
Ayyaanni saboota, sab-lammootaa fi ummattoota Itoophiyaa bara kanaa mata duree “tokkummaa sabaa wal-hubannoo biyyaaf” jedhuun qophiilee adda addaatiin bulchiinsa mootummaa naannolee fi bulchiinsa magaalotaan kabajamaa turuun isaa ni yaadatama.