Hojjetaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa mallaqa maamila jalaa bade doolaara kuma 50 abbaa maallaqaaf deebise

AMN- Sadaasa 23/ 2017

Hojjetaan Daandii qilleensa Itiyoophiyaa Doolaara kuma 50 kufee argame abbaa qabeenyaaf deebiseera.

Hojjetaan Kutaa nageenyaa Obbo Fireezar Baqqalaan Doolaara kuma 50 kufee argame abbaa qabeenyaaf deebisaniiru.

Obbo Fireezar Sadaasa 16, 2017 Doolaara kuma 50 imaltootaa harkaa kufe argachuu isaanii ibsameera.

Namni dhuunfaan kun namuusa ogummaa eeguun maallaqa argatan kana amanamummaan abbaa qabeenyaaf deebisuu isaanii ragaan fuula miidiyaa hawaasummaa Daandii Qilleensa Itoophiyaarraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply