Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa waggoota lamaa gaditti xumuruuf hojjetamaa jiraachuun ibsame

You are currently viewing Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa waggoota lamaa gaditti xumuruuf hojjetamaa jiraachuun ibsame

AMN – Bitootessa 22/2017

Hojiiwwan ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa hafan waggoota lamaa gaditti xumuruuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.

Hojiiwwan ijaarsaa hafan xumuruuf walii galteen hojii mallatteeffameera.

Walii galtichas Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde Shawwiit Shaankaa fi bakka bu’aan kaampaanii Kominikeeshin Konstiraakshinii Chaayinaa mallatteessaniiru.

Hojiileen ijaarsa hafan boqonnaa lama, lootii lamaa fi sadii keessatti kan hammataman ta’uunis ibsameera.

Ijaarsa Istaadiyeemii Adeeyi Ababaa xumuruuf birriin biiliyoona 18 ol ramadamuun himameera.

Shawaangizaaw Girmaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply