Ilmi Saamu’eel Etoo kilaba Raayoo Vaayekaanootti makame

You are currently viewing Ilmi Saamu’eel Etoo kilaba Raayoo Vaayekaanootti makame

AMN PLUS- Guraandhala 10, 2017

Ilmi taphataa seena qabeessa Baarseloonaa duraanii Saamu’eel Etoo Eeten Etoon garee Raayoo Vaayokaanootti makame.

Kilabni kun har’a galgala Baarseloonaan morkata.

Taphataan sarara fuulduraa ganna 18 Eeten Eettoon garee 2ffaa Vaayokaanoof gooliiwwan liigichaa 18 lakkoofsisuun yeroo gaarii dabarsuurratti argama.

Baarseloonaan har’a galgala sa’aatii 5:00 irraa eegaluun tapha murteessaa Laaligaa Ispeen kilaba Raayoo Vaayokaanoo waliin taasisa.

Dachaasaa Dhaabiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply