Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa beeksisan

You are currently viewing Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa beeksisan

AMN – Bitootessa 12/2017

Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatuuf deeggarsa kan taasisan ta’uu Daareektarri olaantuun Dhaabbata Daldala Addunyaa Nikozii Awweelaa (Dr) beeksisuu isaanii Ministirri Daldalaafi Walitti hidhamiinsa Naannawaa Kaasahuun Goofee (Dr) ibsan.

Kaasahuun Goofee (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Daareektara olaantuu Dhaabbata Daldala Addunyaa Nikozii Awweelaa (Dr) waliin dhimma daldala biyyattiirratti marii bu’a qabeessa taasisuu himan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply