AMN Onkololeessa 10, 2017
Itoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte.
Itoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.Daawiit Shalammaa fi Daawiit Fissahaan 64/25 fi 10/5’n dorgommicha injifachuun shaampiyoonaa ta’aniiru.
Dorgommiin Teenisa Mijaalaa Afrikaa qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa ture har’a milkiin xumuramuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiseera.