Jala bultii wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun mariin paanaalii qorannoo Gadaa irratti xiyyeeffatu Yunivasiitii Booranaatti gaggeeffamuu eegale

You are currently viewing Jala bultii wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun mariin paanaalii qorannoo Gadaa irratti xiyyeeffatu Yunivasiitii Booranaatti gaggeeffamuu eegale

AMN PLUS Guraandhala 29/2017

Jala bultii wal harkaa fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun mariin paanaalii qorannoo Gadaa irratti xiyyeeffatu Yunivasiitii Booranaatti gaggeeffamuu eegaleera.

Marii kana irraatti Abbootii Gadaa Godinaalee Oromiyaa, keessummoota Federaalaa fi Oromiyyaa dhufan akkasumas naannolee fi biyyoota ollaa irraa dhufan qooda fudhachaa jiru.

Caalaa Barakaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply