Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun hojjettoota misooma kooriidariif maaddii qoodan

AMN PLUS- Mudde 29, 2017

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun hojjettoota misooma kooriidarii kuma 2 oliif maaddii qoodaniiru.

Hojjettoonni kunneen Sa’aatii 24 hojjechuun badhaadhina Itoophiyaa mirkaneessuuf gahee gama isaanii bahachaa jiraachuu Aadde Adaanech ibsaniiru.

Hojjettoonni kunneen ijaarsa biyyaa eegalan daran cimsuun dhaloota dhufuuf seenaa akka kaa’an hubachiisaniiru.

Hojiileen misooma kooriidarii yoo xumuraman lammiilee hedduuf carraalee hojii bal’aa akka uumun akeekaniiru.

+9

All reactions:

123Biqilaan Biqilee Biqqilaal and 122 others

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply