AMN Plus – Onkoloolessa 09/2018
Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa duraanii Muftii Haji Umar Idiris lubbuun darbuu isaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ibsan.
Haji Umar gara laafessa, mallattoo biyya jaallachuu, abbaa jaallatamaafi kabajamaa dhageettii guddaa qaban akka turan himan.
Maatii firoottaniifi Itoophiyaanota maraaf jajjabina hawwaniiru.