Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ministira Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Adawaatti simachuun daawwachiisan

AMN PLUS- Sadaasa 15/2018

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministirri Muummee Singaapoor Lawuransi Woongi Yaadannoo Injifannoo Aduwaatti simachuun daawwachiisuu ibsan.

Mr. Woongi gootota bilisummaa uummata gurraachaa mirkaneessuuf wareegaman yaadachuuf tuuta abaaboo kaa’aniiru.

Ministirri Muummee Singaapoor daawwannaa hojiif kaleessa galgala gara Itoophiyaa dhufuun ni yaadatama.

Kantiiba Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Mr. Woongi dachee argama namaa kan taate Itoophiyaafi magaalaa miidhagduu taate Finfinneetti turtiin taasisan bu’a qabeessa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply