Koonfinransiin Ijaarsa Nageenyaafi Badhaadhina Afrikaa Finfinneetti taa’amuu eegale

AMN- Sadaasa 16/2017

Konfiraansiin Ijaarsa Nageenyaafi Badhaadhina Afrikaa qopheessummaa Ministeera Nageenyaafi dhaabbilee idil-addunyaan Finfinneetti taa’amuu eegale.

Koonfiransii kana irrattis Pirezidaantii FDRI Taayye Atsiqasillaasee dabalatee Ministroonni biyyoota Afriikaa garaagaraafi angawonni mootummaa Federaalaafi naannolee akkasumas abbootiin amantaa hirmaataa jiru.

Afriikaa nageenya waaraa qabaachuun badhaate akkaataa uumuun danda’amu irrattis ni mari’atama.

Koonfiraansii kana irrattis muuxannoo Itoophiyaan gama nageenya Afriikaa kabachiisuun qabdu dhihaachuun irratti ni mari’atama.

Sanyii Taaddasaatu Gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply