Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame

You are currently viewing Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii taasifame

AMN – Bitootessa 23/2017

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti guyyaa Injifannoo Bitootessa 24 sababeeffachuun sochiin Ispoortii qaamolee hawaasa garagaraa hirmaachise adeemsifameera.

Sochiin Ispoortii kunis mata duree ”Ijaarsa Eenyummaa Waloo Egeree Itoophiyaaf” jedhuun kan qophaa’e yoo ta’u sagantaan arjooma dhiigaa akka raawwatamus kominikeeshinii bulchiinsa Magaalichaarraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply