Maartiin Odeegaard waliigaltee Arsenaal waliin qabu haga bara 2028tti haaresse

You are currently viewing Maartiin Odeegaard waliigaltee Arsenaal waliin qabu haga bara 2028tti haaresse
  • Post category:Ispoortii

Dursaan taphattoota Arsenaal Maartiin Odeegaard waliigalteesaa haga Waxabajjii 2028tti haaresse.

Taphataan lammii Noorweyi Odeegaard waliigaltee isaa erga haaressee booda yaada kenneen, “Waliigalter haaraa mallatteessuun murtoo salphaadha, akka kilabaatti hojiin hojjetaa jirru baayyee bayeessa. Qaama jijjiirama kanaa ta’ee itti fufuun barbaada” jedheera.

Ammas ta’e fuulduratti Arsenaal mana kooti kan jedhe Odeegaard, milkiiwwan gurguddaa galmeessuuf qophaaheera jedheera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review