Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

AMN PLUS – Ebla 10/2017

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa iftaan kabajamu sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniifi daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qooduusaanii Waajjira Ministira Muummeerraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply