Misoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

You are currently viewing Misoomni Finfinnee miidhaginaan dabalata jiraattotaaf bakka jireenyaa filatamtuu ishee taasisaa jiraachuu himame

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018

Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinneefi Federaalaa tibbana leenjii marsaa 2ffaa torbee tokkoof fudhachaa turan, Hojiiwwan Misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiru daawwachaa jiru.

Hoggantoonni kunneen daawwannichaan yaada AMN PLUS’f kennaniin hojiiwwan misoomaa magaalattiitti hojjetamaniifi hojjetamaa jiran, Finfinnee akka maqaashee miidhagduufi jiraattota isheef mijattuu taate ijaaruu yaadama jedhu, qabatamaan kan mirkaneessaniidha jedhaniiru.

Daawwannichaanis, Goda Hambaa Saayinsii,Hojii misooma qarqara laggeenii, Hospitaala Yaadannoo Zawudituu,Giddu Gala Tajaajila Iddoo Tokkoo Addis Masoobiifi Paarkii Araadaa daawwataniiru.

Yaaddessaa Geetaachootu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply