
AMN- Sadaasa 6, 2017
Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Giddugala Qorannoo fi Qoāannoo Fooransikii Poolisii Federaalaa eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiyyi gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, waggaa tokkoo fi baatii jaāaan dura qorannoo DNAāf saamudni biyya alaatti ergamaa turuu yaadachiisan.
Harāa Itiyoophiyaan rakkoolee DNAān walqabataanii mudatan ofii isheen qoranoo gaggeessuu qofa utuu hintaane biyyoonni ollaa illee dhaabbata itti tajaajilamuu dandaāan jiraaruu ibsan.
Kunis buāaa riifoormii waggoottan darban damee nageenyaan hojjetamaniiti jedhaniiru.