Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa’ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsaniiru.
Pirezidaant Taayyeen Mana Maree nageenya fooyyessuuf murtoon akka barbaachisu, Afriikaanis bakka bu’iinsa argachuu akka qabdu waamicha dabarsaniiru.