Rakkoo kirkira lafaa naannoo Affaaritti mudate qorachuun deebii ariifataa kennuuf gareen ogeeyyii gara naannichaatti ergame- Ministeera Fayyaa

AMN – Muddee 28/2017

Rakkoo kirkira lafaa naannoo Affaaritti mudate qorachuun deebii ariifataa kennuuf garee ogeeyyii gara naannichaatti erguu isaa Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Minsteerri Fayyaa Institiyuutii Fayyaa Hawaasaa waliin ta’uun dhiibbaa kirkirri lafaa fayyaa hawaasaarratti fiduu fi of eeggannoo taasifgamu qabu qorachuun furmaata hatattamaa kennuu akka danda’amu namoota ogummaa garaa garaa qaban naannichatti ergeera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply