Wal-harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Sababeeffachuun agarsiisni aadaa Areerotti geggeeffame.

You are currently viewing Wal-harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Sababeeffachuun agarsiisni aadaa Areerotti geggeeffame.

AMN PLUS- Guraandhala 27/2017

Wal-harkaa fuudhinsa baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiini aadaa Areerotti geggeeffame.

Agarsiisa jila aadaa kana irratti gulantaaleen Gadaa umrii Dabballee irraa eegalee aadaa sirbaaf uffata isaanii agarsiisanii jiru.

Caalaa Barakaa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply