Habaayi Xummin Watakoo – Baga nagaan dhuftan

You are currently viewing Habaayi Xummin Watakoo – Baga nagaan dhuftan

AMN PLUS- Sadaasa 26/2018

‎Guyyaan Ayyaana Saboota, sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa Magaalaa Hoosaanaatti Kabajama.

‎Magaalaan Hoosaanaas keessummoota Kabaja ayyaanichaaf gara isheetti dhufan “Habaayi Xummin Watakoo” jettee simachuuf qophooftee jirti.

‎Afaan Hadiyyaan “Habaayi Xummin Watakoo” jechuun Baga Nagaan Dhuftan jechuudha.

‎Magaalaattin Alaabaa Itiyoophiyaafi Naannooleen faayamun miidhagdeerti.

Guyyaan Ayyaana Saboota, sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa Magaalaa Hoosaanaatti Sadaasa 29 mata duree “Waliigaltee Dimookiraatawaa, Tokkummaa Sabdaneessaaf” jedhuun akka kabajamu ibsameera.

‎Guddataa Ajjamaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply