Poolisiin Federaalaa badhaasa Tiktok irratti namoota uffannaa duudhaa uummataan ala ta’e uffachuun mul’atan to’achuun qorannoo eegale

You are currently viewing Poolisiin Federaalaa badhaasa Tiktok irratti namoota uffannaa duudhaa uummataan ala ta’e uffachuun mul’atan to’achuun qorannoo eegale

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018

Poolisiin Federaalaa sirna badhaasa G-power Tiktok Creative irratti namoota uffannaa aadaafi naamusa biyyaan ala ta’e uffachuun mul’atan to’annoo jala olchuun qorannoo eegaluu ibse.

Waltajjicha irratti uffannaa qaanessaa aadaa uummataan ala ta’e uffachuun tamsaasa Televizhiinii kallattiin namoota mul’atan akkasumas warreen saganticha qindeessaniifi ispoonsara godhan hunda to’ateera.

‎1. Wangeelaawwiit G/Indiriyaas Barihee

‎2. Barakat Tsaggaayee Jifaar

‎3. Maqdam Darajjee Mangistuu

‎4. Giruum Gazzahaany Qaccinee

‎5. Yohaannis Makonnin H/maatiyaam to’atamuu Poolisiin Federaalaa odeeffannoo AMN’f ergeen beeksiseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply