Naarendiraa Moodiin bor Paarlaamaa Itoophiyaaf haasaa taasisu

You are currently viewing Naarendiraa Moodiin bor Paarlaamaa Itoophiyaaf haasaa taasisu

AMN PLUS- Mudde 7/2018

Ministirri Muummee Indiyaa Naarendiraa Moodiin bor walgahii Waloo Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Itoophiyaafi Mana Maree Federeeshinii irratti argamuun akka haasaa taasisan dhaga’ame.

Manneen maree lamaan bor walgahii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa akka adeemsisan Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.

Ministirri Muummee Indiyaa Naarendiraa Moodiin daawwannaa hojiif har’a Finfinnee seenuun ni yaadatama.

Mr. Moodiin buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad isaan simataniir.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply