Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Ayyaana Dhalachuu Iyyesuusiifi Bara Haaraa Faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa addunyaatif dabarsaniiru.

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ergaa miidiyaa hawaasaa isaanii irratti maxxansanin hawaasaa adduunyaatiin “ayyaana ‘Christmas’ gaarii isiniif haa ta’u” jedhaniiru
“Gaarummaan daangaa ce’ee imala, abdiis waliin ijaarra” jechuun Dooktor Abiyyi ergaa dabarsaniiru