Kantiibaa Adaanech Abeebeen haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa dabarsan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebeen haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa dabarsan

AMN PLUS- Amajjii 10/2018

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti haadholii hojii daldala daandiirraan aduufi qorra keessa hojjetaa turaniif sheedii ammayyaa waan hunda guuttachuun ijaarame dabarsanii kennan.

Haadholiin kunniin nyaata guyyuu argachuufi ijoolleesaanii barsiifachuuf bona aduun, ganna bokkaan, fayyaan isaanii jeeqamaa daandiirratti hojjechaa kanneen turanidha.

“Har’a kabaja isaaniif malu argatanii gammaduu isaaniitti nutis gammadneerra” jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply