MM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

‎AMN PLUS – Amajjii 20/2018

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaawifi Humna Waraanaa Amerikaatti Ajajaa Afriikaa Daagviin Andarsan waliin mari’achuu himan.

“Tumsa waaraafi marii walkabajuu bu’uureffate taasisuu keenyaaf nan galateeffadha” jedhan Dr. Abiyyi.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply