Qorannoon raawwii hojii Mootummaafi paartii Naannoo Oromiyaa eegalame.

‎AMN Plus- Adoolessa 6/2017 ‎Qorannoon raawwii hojii mootummaafi paartii bara 2017 Naannoo Oromiyaa bakka Pirezidaant Shimallis Abdiisaafi hoggantootni naannichaa olaanoon argamanitti eegalameera. ‎Waltajjicha kan saaqan Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaa…

Continue ReadingQorannoon raawwii hojii Mootummaafi paartii Naannoo Oromiyaa eegalame.

Torbeen daldalaa lammaffaan Magaalaa Finfinneetti eegalame

AMN PLUS Adoolessa 7/2017 Torbee daldalaa mata duree ‘Omishaaleen Itoophiyaa Badhaadhinaaf’ jedhuun eegalame kanarratti Oomishaaleen qonnaafi Indaastirii agarsiisaaf ni dhihaatu jedhameera. Kantiibaa Itti aanaafi Hogganaan Biiroo Misooma Indaastirii Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingTorbeen daldalaa lammaffaan Magaalaa Finfinneetti eegalame

Maanguddoon ganna 92 filannoo pirezidaantummaaf qophaa’uu ibsan

AMN PLUS, Adoolessa 7/2017 Lammiin Kaameruun maanguddoon ganna 92 Paawul Biyaa filannoo pirezidaantummaa Kaameruun yeroo itti aanuu akka dorgoman ibsaniiru. Maanguddichi bara faranjootaa 1982 irraa eegaluun Kaameruuniin pirezidaantummaan gaggeessaa kan…

Continue ReadingMaanguddoon ganna 92 filannoo pirezidaantummaaf qophaa’uu ibsan