Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Dhaabbilee Misooma Mootummaa Magaalaa Finfinnee itti waamamtoota isaa waliin biqiltuu dhaabe
AMN PLUS- Adoolessa 10/2017 Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa Magaalaa Finfinnee dhaabbilee itti waammamni isaanii Abbaa Taayitichaaf ta'an Waliin Biqiltuu dhaabaniiru. Biqiltuu dhaabuun biyya dhaabuufi dhaloota itti fufsiiisudha kan…