Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ji’a Waxabajjiifi Adoolessaa bara 2017 walitti fufiinsaa raawwii imaammata biyyaalessaa ijoo, haaromsa dinagdee, fi dippilomaasii tarsiimoo naannoo fi idil-addunyaa irratti xiyyeeffachuun hojiiwwan gurguddoo raawwataniiru

AMN PLUS- Adoolessa 26/ 2017 Hojiiwwan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) biyya keessaa raawwatan keessaa raawwii karoora bara 2017 ilaalchisee gaaffilee miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa ka’aniif deebii bal’aa…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ji’a Waxabajjiifi Adoolessaa bara 2017 walitti fufiinsaa raawwii imaammata biyyaalessaa ijoo, haaromsa dinagdee, fi dippilomaasii tarsiimoo naannoo fi idil-addunyaa irratti xiyyeeffachuun hojiiwwan gurguddoo raawwataniiru

Komishinichi hawaasa Diyaaspora irraa ajandaa walitti qabuu eegale

AMN PLUS- Adoolessa 25/2017 Komishiniin Marii Biyyalessa Itoophiyaa toora interneetiin Itoophiyaanotaafi dhalattota Itoophiyaa biyyoota Afrikaa jiran waliin ajandaa walitti qabuu eegaleera. Marii kaleessa toora interneetiin eegalame irratti lammileen Itoophiyaafi dhalattoonni…

Continue ReadingKomishinichi hawaasa Diyaaspora irraa ajandaa walitti qabuu eegale

Daa’ima ganna 4 ta’anii carallaa aduu bishaan irratti uumameen qaroo dhaban

AMN PLUS- Adoolessa 25, 2017 Dr. Baqqalach Xuruyyee jedhamu. Qaro dhabeettii "Qaro dhabuun waan yaadan milkeessurraa nama hin daangessu" jedhanidha. Daa'ima waggaa afurii ta'anii carallaa aduu bishaan irratti uumameen ture…

Continue ReadingDaa’ima ganna 4 ta’anii carallaa aduu bishaan irratti uumameen qaroo dhaban