Tibbana bakkeewwan lolaaf saaxilamoo ta’an lolaa tasaa keessummeessuu danda’u jedhe Inistituutiin Meetiwoorooloojii Biyyaalessaa

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 Guyyootii 10 itti aanan rooba cimaa jiraatuun sululli lolaaf saaxilamoo ta'an guutiinsa lagaafi balaa lolaa tasaaf saacilqmuu aika danda'an Inistituutiin Meetiwoorooloojii Biyyaalessaa beeksise. Inistituutichi raaga haala…

Continue ReadingTibbana bakkeewwan lolaaf saaxilamoo ta’an lolaa tasaa keessummeessuu danda’u jedhe Inistituutiin Meetiwoorooloojii Biyyaalessaa

Waajjirri Giiftii Duree waggoota 5 darban manneen barnootaa 35 ijaareera

AMN PLUS- Hagayya 05, 2017 Waajjirri Giiftii Duree Mana Barumsaa Bultii Addaa Qaroo Dhabeeyyii Sadarkaa 2ffaa Birhaaniif deeggarsa meeshaalee garaagaraa kenneera. Waajjirri Giiftii Duree dhaloota qaruu fi lammii baratee horachuuf…

Continue ReadingWaajjirri Giiftii Duree waggoota 5 darban manneen barnootaa 35 ijaareera

Obbo Awwaluu Abdiin lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin miidhaman jajjabeessan

AMN PLUS- Hagayya 05/ 2017 Deeggarsi Lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaalee garaagaraarraa buqqa’aniif taasifamu karaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa qofa akka ta'u Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa…

Continue ReadingObbo Awwaluu Abdiin lammiilee sababa guutiinsa Laga Awaashiin miidhaman jajjabeessan