Magaalaa Finfinneetti baruufi barsiisuun bara 2018 manneen barnootaa hundatti eegaleera
AMN PLUS - Fulbaana 5/2018 Sagantaan baruu fi barsiisuu Bara 2018 manneen barnootaa magaalaa Finfinnee hundatti eegaluu Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Hoogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Zalaalam Mulaatuu (Dr)…