Seenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Goolii hedduu Laakkoofsiisuun eenyutu dursa?

AMN PLUS- Fulbaana 06/2018 Dorgommiin Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa Waancaa Addunyatti aansun jaallattoota kubbaa miilaa biratti morkii hawwiin eegamuudha. Morkii waggoota heddu lakkoofsiiseen, Mr. "Champions League" jedhamuun kan waamamu Kiristiyaanoo Roonaldoon…

Continue ReadingSeenaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Goolii hedduu Laakkoofsiisuun eenyutu dursa?

Beekaan waan haalaalaa itti dhufu beeka, wallaalaan of jaalattuu hin beeku -Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa

AMN PLUS-Fulbaana 6/2018 Oromoofi Dhahaa Baraa (Lakkaawwii Baraa) Oromoon jilas haa ta’u yeroo sirna adda addaa gaggeeffatu dhahaa akka ilaallatu Abbaan Gadaa Goobana Hoolaa ibsan. AMN Digital waliin turtii kan…

Continue ReadingBeekaan waan haalaalaa itti dhufu beeka, wallaalaan of jaalattuu hin beeku -Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa

Abbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Istuudiyoo Sagalee fi Viidiyoo eebbisiise

AMN PLUS – Fulbaana 6/2018 Abbaa Taayitaa Kabachiisa Dambii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Istuudiyoo Sagalee fi Viidiyoo ijaarsisaa ture xumuruun bakka hoggantoonni magaalaa fi qondaltoonni olaanoon argamanitti eebbisiiseera. Sirna eebbichaa irratti…

Continue ReadingAbbaan Taayitaa Kabachiisa Danbii Bulchinsa Magaalaa Finfinnee Istuudiyoo Sagalee fi Viidiyoo eebbisiise