Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa’ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Pirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa'ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsaniiru. Pirezidaant Taayyeen Mana Maree nageenya fooyyessuuf murtoon akka barbaachisu, Afriikaanis bakka bu'iinsa argachuu akka qabdu waamicha…

Continue ReadingPirezidaant Taayyee Atsqasillaasee Yaa’ii Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii 80ffaarratti ergaa dabarsan

Itoophiyaafi Raashiyaan Waliigaltee Pirojektii Misooma Niwukilaraa mallatteessan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Itoophiyaafi Raashiyaan Pirojektii Misooma Anniisaa Niwukilaraa Itoophiyaatti raawwatamuuf waliigaltee mallatteessan. Waliigaltichi Dhaabbata Raashiyaa Roosaatoomiifi Korporeeshinii Humna Elektiriikii Itoophiyaa gidduutti mallattaa'e. Sirna waliigaltichaa irratti Ministirri Muummee FDRI…

Continue ReadingItoophiyaafi Raashiyaan Waliigaltee Pirojektii Misooma Niwukilaraa mallatteessan

MM Abiyyi Ahimad dhimmoota misoomaafi tumsa ittisa waraanaa irratti V. Putiin waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad Fooramii Torbee Atoomikii Idil Addunyaa Raashiyaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota misooma…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad dhimmoota misoomaafi tumsa ittisa waraanaa irratti V. Putiin waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

AMN PLUS-Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Daayirektara Olaanaa Anniisaa Atoomikii Idil Addunyaa Raafaa'eel Maariyaanoo Giroosii waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad yaa'ii Atoomikii Idil Addunyaa Raashiyaatti gaggeeffamaa jiru…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Daayirektara Ejensii Anniisaa Atoomikii Addunyaa waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan

AMN PLUS - Fulbaana 15/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pireezidaantii Beelaaruus Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi idil-addunyaarratti marii'ataniiru. Foramii Atoomikii Idil-addunyaa cinaatti Pireezidaanti Aleksaandar Lukaasheenkoo waliin dhimmoota garlameefi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Beelaaruus waliin mari’atan

Obbo Tamasgeen Xurunaan ayyaanota ji’a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun hoggantoota nageenyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Fulbaana 15/2018 Ministirri Muumnee Itti aanaa obboo Tamasgan Xurunaa ayyaanota ji'a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun har’a hoggantoota nageenyaa Federaalaa, bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi naannoo Oromiyaa waliin mari’ataniiru. Obboo…

Continue ReadingObbo Tamasgeen Xurunaan ayyaanota ji’a Fulbaanaa keessa kabajaman ilaalchisuun hoggantoota nageenyaa waliin mari’atan

Tajaajila Geejjibaa Guddina Magaalaa Finfinnee gitu kennuufi ammayyaawaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu himame

AMN PLUS Fulbaana 15/2018 Biiroon Geejjibaa Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa magaalatti ammayyeessuufi si'ataa taasisuuf qooda fudhattoota waliin sanada walii galtee mallatteesseera. Tajaajila geejjibaa kana ammayyeessufi itti quufinsa hawaasaa mirkaneessuuf kana…

Continue ReadingTajaajila Geejjibaa Guddina Magaalaa Finfinnee gitu kennuufi ammayyaawaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu himame