Rakkoon Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan waarawaan hiikkata- Obbo Awwaluu Abdii.

AMN Plus- Onkoloolessa 13/2108 Rakkoon hiyyummaa Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan walitti araarsuun waarawaan hiikkatee badhaadhinaan bakka bu'a jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii. Mariin Gumii Balal…

Continue ReadingRakkoon Itoophiyaa Laga Abbayyaafi Galaana Diimaan waarawaan hiikkata- Obbo Awwaluu Abdii.

Miseensota Raayyaa nageenyaa Raawwii olaanaa galmeessanif beekamtiifi badhaasni kenname

AMN PLUS-Onkoloolessa 13/2018 Biiroon Bulchiinsaa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee miseensota Raayyaa nageenyaa Raawwii olaanaa galmeessanifi beekamtiifi badhaasa kenneera. Hooggantuun Biiroo kanaa Aadde Liidiyaa Girmaa “konfiraansiiwwan 160 fi ayyaannonni addabaabaayii kanneen…

Continue ReadingMiseensota Raayyaa nageenyaa Raawwii olaanaa galmeessanif beekamtiifi badhaasni kenname