Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

AMN PLUS-Sadaasa 10/2018 Itoophiyaan bara 2050tti biyyoota gurguddoo addunyaa diinagdeen badhaadhan 20 keessaa tokko ta'uuf wixinatteetti. Maarree kun kan milkaa'u damee hubannoo namtolcheetiin yoo ta'eedha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi…

Continue ReadingItoophiyaan bara 2050tti biyyoota diinagdee guddaa addunyaa dhuunfatan 20 keessaa tokko gochuuf abjuun qabame AI’n akkamiin milkaa’a? ‎

Itoophiyaan xiyyaarota ‘Airbus’ A350-900 dabalataa 6 bituuf ajajde

AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota 'Airbus' A350-900 dabalataa 6 bituuf waliigaltee mallatteesse. Waliigaltichas Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Masfin Xaasoofi Itti Aanaan Pirezidaantii Dhaabbata 'Airbus' Benitoo…

Continue ReadingItoophiyaan xiyyaarota ‘Airbus’ A350-900 dabalataa 6 bituuf ajajde

Rakkoo Sudaaniif deebiin Idil Addunyaa qindaa’e barbaachisa- Doktar Warqinaa Gabayyoo

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018 Walitti bu’insi Sudaan furmaata waaraa akka argatuuf Hawaasni Idil-Addunyaa deebii qindaa’e akka kennuuf Barreessaan olaanaan IGAD Dr. Warqinaa Gabayyoo waamicha dhiheessan. Foramiin jila addaa 2ffaa IGAD…

Continue ReadingRakkoo Sudaaniif deebiin Idil Addunyaa qindaa’e barbaachisa- Doktar Warqinaa Gabayyoo