Biyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti

AMN PLUS- Adoolessa 22, 2018 Yaa’iin guddichi marii biyyaalessaa seenaa qabeessa ta’eefi dhimmoota ijoo gama siyaasaa, qoqqoodamiinsa seenaan walqabataniifi rakkoolee yeroo dheeraaf biyyattii keessatti hidda gadi fageeffataniif ka'umsa ta'aniif furmaata…

Continue ReadingBiyya Mariitti Jirtu: Itoophiyaan Waliigaltee Biyyaalessaa Uumuuf Imala Haaraa Irra Jirti

“Itoophiyaan qamadiin of-danda’uunshee yeroo Afriikaanonni hin yaannetti mul’ata milkaa’edha” Olesegoon Obaasaanjoo

AMN PLUS – Adoolessa 08/2018 Pirezidaantiin duraanii Naayijeeriyaa fi Abbaa Nageenya Afriikaa kan jedhaman Oleseguun Obaasaanjoo, Itoophiyaan qamadiin of-danda'uunshee yeroo Afriikaanonni hin yaannetti mul'ata milkaa'edha jechuun dinqisiifatan. Obaasaanjoon sirna jalqabbii…

Continue Reading“Itoophiyaan qamadiin of-danda’uunshee yeroo Afriikaanonni hin yaannetti mul’ata milkaa’edha” Olesegoon Obaasaanjoo

Boqonnaan seenaa hamaan darbe bara keenya keessatti akka irra hin deebi’amneef itti gaafatamummaa guddaan nutti dhaga’amuu qaba –Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Adoolessa 08/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD)waltajjii Gumii Marii Biyyaalessaa irratti haasaa taasisaniin, mariin biyyaalessaa kun Itoophiyaadhaaf carraa seenaa guddaa ta'uu ibsaniiru. Akka ibsa isaanii keessatti…

Continue ReadingBoqonnaan seenaa hamaan darbe bara keenya keessatti akka irra hin deebi’amneef itti gaafatamummaa guddaan nutti dhaga’amuu qaba –Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Bu’aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara’ayaa

AMN PLUS-Adoolessa 08/2018 Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa Pirofeesar Masfin Ara'ayaa bu'aan marii biyyaalessaa kuni hiree biyyatti kan gara fuulduraa kan murteessu akka ta’e ibsan. Marii biyyaalessaa seena-qabeessa ta’e…

Continue ReadingBu’aan marii biyyaalessaa hiree gara fuulduraa biyyatti kan murteessuudha- Piroofeesar Masfin Ara’ayaa

Har’a sanyii gaarii dhaloota boruuf ta’u ni facaafna. Ijoolleen keenya firii isaa akka argatan ni taasifna- MM Abiyyi Ahimad

Ergaa Guutuu Ministira Muummee Sirna baniinsaa Marii Biyyaalessaa seena-qabeessa kana irratti argamuu kootti baayʼee boonaa. Gammachuu guddaa natti dhagahama. Torbanoota itti aanan keessatti namoota 4,000 ol taʼan bakka tokkotti walitti…

Continue ReadingHar’a sanyii gaarii dhaloota boruuf ta’u ni facaafna. Ijoolleen keenya firii isaa akka argatan ni taasifna- MM Abiyyi Ahimad

Gamtaan Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Itoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf taajjabdoota naannolee hundatti bobbasuuf qophii tahuu ibse

AMN PLUS - Caamsaa 23/2018 Gamtaan Dhaabbilee Hawaasa Siivilii Itoophiyaa taajjabdoota Kuma 4 fi 97 filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf naannolee hundatti bobbaasuuf qophii xumuruu beeksiseera. Gamtichi ibsa AMN’f ergeen akkaataa…

Continue ReadingGamtaan Dhaabbilee Hawaasa Siiviilii Itoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaaf taajjabdoota naannolee hundatti bobbasuuf qophii tahuu ibse

Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan bori adeemsifturratti dippiloomaatoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifatan waliin mari’atame

AMN PLUS - Caamsaa 23/2018 Pireezidaantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataan haala Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaatti bori adeemsifamu ilaalchisuun dippiloomaatoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifatan waliin mari’ataniiru. Taajjabdoota Gamtaa Afrikaa…

Continue ReadingFilannoo waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan bori adeemsifturratti dippiloomaatoota Afrikaa teessoo isaanii Finfinnee taasifatan waliin mari’atame

Birmadummaan uummataa, mirgi murtoo kennuu qabatamaan mirkanaa’a – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Caamsaa 22/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee birmadummaan uummataa, mirgi murtoo kennuu qabatamaan mirkanaa’a jedhan. Aadde Adaanech ergaa toora miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Itoophiyaan ni filatti…

Continue ReadingBirmadummaan uummataa, mirgi murtoo kennuu qabatamaan mirkanaa’a – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Komishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaawwan qophii duraa dhaabbileefi waldaalee hawaasa siiviikiif dhiyeesse

AMN PLUS - Caamsaa 21/2018 Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa ajandaawwan qophii duraa dhaabbileefi Waldaalee Hawaasa Siiviikiif dhiyeessuun mariif yaadota galtee ta’an walitti qabachuu ibsameera. Dhaabbileefi waldaaleen Hawaasa Siiviilii adeemsa marii…

Continue ReadingKomishiniin Marii Biyyaalessaa ajandaawwan qophii duraa dhaabbileefi waldaalee hawaasa siiviikiif dhiyeesse

Adeemsa marii biyyaalessaa haga ammaatti taasifameen gaheen dhaabbilee amantaa fi waldaalee siiviilii olaanaa ta’uu ibsame

‎AMN PLUS - Caamsaa 14/2018 ‎Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa ajandaalee yaa’ii marii biyyaalessaa dhaabbilee amantaafi waldaalee siiviiliif dhiyeesseera. ‎Komishinarri Olaanaan Komishinichaa Piroofeesar Masfin Ara’aayaan wayita kana, adeemsa marii biyyaalessaa haga…

Continue ReadingAdeemsa marii biyyaalessaa haga ammaatti taasifameen gaheen dhaabbilee amantaa fi waldaalee siiviilii olaanaa ta’uu ibsame