AMN PLUS – Amajjii 20/2018
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaawifi Humna Waraanaa Amerikaatti Ajajaa Afriikaa Daagviin Andarsan waliin mari’achuu himan.
“Tumsa waaraafi marii walkabajuu bu’uureffate taasisuu keenyaaf nan galateeffadha” jedhan Dr. Abiyyi.