Nagaa Itoophiyaaf gufuu guddaan waa sadiidha jedhu MM Abiyyi Ahimad

You are currently viewing Nagaa Itoophiyaaf gufuu guddaan waa sadiidha jedhu MM Abiyyi Ahimad

1. Waldhabdee kamiyyuu aadaa humnaan hiikuuf durirraa kaasee as gahe- (Abbaafi ijoollee gidduutti waldhabdeen humnaan hiikama, abbaa warraaf haadha warraa gidduutti waldhabdeen yoo jiraate humnaan hiikuuf yaaluu, gaaffii uummataa kamiifuu humnaafi fincilaan deebiin gaafatamuu)

2. Baandaa keessoo durii kaasee har’as biyya gurguru- (Diina seenaa Itoophiyaa waliin yeroo Adawaatii kaasee Baandaa biyya gurguruun nagaa dhabne)

3. Sodaa biyyootni Ollaa Itoophiyaarraa Qaban (Itoophiyaan yoo guddatte nuuf balaa taati jedhanii warreen yaadan keessoo keenya booressu)

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply