Fiigichi guddaan Magaalaa Jimmaatti fiigame

You are currently viewing Fiigichi guddaan Magaalaa Jimmaatti fiigame

AMN PLUS-Bitootessa 28/2017

Fiigichi guddaan mata dure ”Itoophiyaa haabarru” jedhuun Magaalaa Jimmaatti adeemsifame

“Itoophiyaa Haa Barru!”

Magaalaa Jimmaatti fiigichi guddichi daandiirraa mata duree “Itiyoophiyaa haa barru” jedhuun fiigame.

Kaayyoon fiigicha kanas hawwata turizimii Magaalaan Jimmaa fi Godinni Jimmaa qabu beeksisuu fi Magaalaan Jimmaa turizimii atleetiksiitiin akka beekamtu gochuu akka ta’e Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa odeeffane

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply