Fiigichi guddaan Magaalaa Jimmaatti fiigame

You are currently viewing Fiigichi guddaan Magaalaa Jimmaatti fiigame

AMN PLUS-Bitootessa 28/2017

Fiigichi guddaan mata dure ”Itoophiyaa haabarru” jedhuun Magaalaa Jimmaatti adeemsifame

“Itoophiyaa Haa Barru!”

Magaalaa Jimmaatti fiigichi guddichi daandiirraa mata duree ā€œItiyoophiyaa haa barruā€ jedhuun fiigame.

Kaayyoon fiigicha kanas hawwata turizimii Magaalaan Jimmaa fi Godinni Jimmaa qabu beeksisuu fi Magaalaan Jimmaa turizimii atleetiksiitiin akka beekamtu gochuu akka ta’e Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaarraa odeeffane

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply